Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
無料
2.0for iPhone, iPad and more
Age Rating
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo スクリーンショット
About Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Developed by Waktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajji, 2020

Show More
最新バージョン 2.0 の更新情報
Last updated on 2020年06月04日
旧バージョン
- Added Words of Jesus in Red
- Daily Verse
- Daily Reminder
- Daily Verse
- Daily Reminder
Show More
Version History
2.0
2020年06月04日
- Added Words of Jesus in Red
- Daily Verse
- Daily Reminder
- Daily Verse
- Daily Reminder
1.0.4
2020年02月06日
Some fixes
1.0
2020年01月17日
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo FAQ
ここをクリック!地理的に制限されているアプリのダウンロード方法をご参考ください。
次のリストをチェックして、Macaafa Qulqulluu Afaan Oromooの最低システム要件をご確認ください。
iPhone
iOS 9.0以降が必要です。
iPad
iPadOS 9.0以降が必要です。
iPod touch
iOS 9.0以降が必要です。
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromooは次の言語がサポートされています。 英語